cldr
Version:
Library for extracting data from CLDR (the Unicode Common Locale Data Repository)
505 lines • 280 kB
text/xml
<?xml version="1.0" encoding="UTF-8" ?>
<!DOCTYPE ldml SYSTEM "../../common/dtd/ldml.dtd">
<!-- Copyright © 1991-2025 Unicode, Inc.
For terms of use, see http://www.unicode.org/copyright.html
SPDX-License-Identifier: Unicode-3.0
CLDR data files are interpreted according to the LDML specification (http://unicode.org/reports/tr35/)
-->
<ldml>
<identity>
<version number="$Revision$"/>
<language type="om"/>
</identity>
<annotations>
<annotation cp="🏻" type="tts">toonii gogaa ifaa</annotation>
<annotation cp="🏼" type="tts">toonii gogaa ifaa-gidduugaleessa</annotation>
<annotation cp="🏽" type="tts">toonii godaa gidduugaleessa</annotation>
<annotation cp="🏾" type="tts">toonii gogaa gurraacha-gidduugaleessa</annotation>
<annotation cp="🏿" type="tts">toonii gogaa gurraachaa</annotation>
<annotation cp="◿" type="tts">rogsadee mirgaa gadi aanaa</annotation>
<annotation cp="♪" type="tts">noottaa saddettaffaa</annotation>
<annotation cp="⨧">ida’uu | lama | sabiskiriiptii</annotation>
<annotation cp="⨧" type="tts">ida’uu sabiskiriiptii lama</annotation>
<annotation cp="⨯">baay’isuu | qaxxaamura | vekterii</annotation>
<annotation cp="⨯" type="tts">baay’isuu qaxxaamuraa vekterii</annotation>
<annotation cp="⨼">baay’isuu | keessaa</annotation>
<annotation cp="⨼" type="tts">baay’isuu keessaa</annotation>
<annotation cp="⩣">dachaa | dalgee jalaa | loojikaalii | yookiin</annotation>
<annotation cp="⩣" type="tts">loojikaalii yookiin dalgee jalaa dachaa</annotation>
<annotation cp="⩽">habalaka | irra xiqqaa | wal qixa</annotation>
<annotation cp="⩽" type="tts">irra xiqqaa habalaka wal qixa</annotation>
<annotation cp="⪍">irra | irra xiqqaa | wal fakkaataa | wal qixa</annotation>
<annotation cp="⪍" type="tts">irra xiqqaa irra wal fakkaataa wal qixa</annotation>
<annotation cp="⪚">herrega | irra guddaa | sarara dachaa | wal qixa | wal qixa ta’uu dhabuu</annotation>
<annotation cp="⪚" type="tts">sarara dachaa wal qixa irra guddaa</annotation>
<annotation cp="⪺">jechuun ni danda’ama | milkaa’ina | miti | olitti | wal qixa</annotation>
<annotation cp="⪺" type="tts">milkaa’ina olitti wal qixa miti jechuun ni danda’ama</annotation>
<annotation cp="♭" type="tts">diriiraa</annotation>
<annotation cp="♯" type="tts">qara</annotation>
<annotation cp="😀" draft="contributed">fuula | fuula kolfaa jiru | gammadaa | ilkaan | kolfa | kolfaa jiraachuu</annotation>
<annotation cp="😀" type="tts">fuula kolfu</annotation>
<annotation cp="😃" draft="contributed">banaa | bareeda | fuula | fuula kolfaa jiru afaan banaa waliin | gaarii | gammachuu | ilkaan | kolfa</annotation>
<annotation cp="😃" type="tts">fuula kolfu ija guddaa waliin</annotation>
<annotation cp="😄" draft="contributed">afaan | banaa | fuula | fuula kolfaa jiru afaan banaatiin fi ija kolfaa jiru | gammachuu | ija | kolfa | kolfuu</annotation>
<annotation cp="😄" type="tts">fuula kolfu ija seequ waliin</annotation>
<annotation cp="😁" draft="contributed">fuula | fuula seequ | gaarii | gammachuu | ija | ilkaan | qummaaduu | seequu</annotation>
<annotation cp="😁" type="tts">fuula ifaa ijoota kolfaa waliin</annotation>
<annotation cp="😆" draft="contributed">afaan | banaa | fuula | gammachuu | hahaha | kkk | kolfuu | qummaaduu | quufe</annotation>
<annotation cp="😆" type="tts">fuula kottonfataa kolfu</annotation>
<annotation cp="😅" draft="contributed">banaa | dafqa | dhiphina | fuula | fuula kolfaa jiruu fi afaan banaa dafqa qorraa waliin | gammadaa | kolfa | mufataa | wereeraa</annotation>
<annotation cp="😅" type="tts">fuula kolfu dafqa waliin</annotation>
<annotation cp="🤣" draft="contributed">ajaa’ibsiisaa | fuula | gammachuu | gammaduu | haha | hahaha | hehe | imimmaan | kofalchiisaa | kolfa | kolfaa boo’uu | kolfuu | lafa buusuu | raawwate</annotation>
<annotation cp="🤣" type="tts">kolfanii lafa gangalachuu</annotation>
<annotation cp="😂" draft="contributed">bohaarsaa | boo’uu | fuula | hahaha | imimmaan | imimmaan gammachuu | kofalchiisaa | kolfa | kolfaan gaggabuu | miira</annotation>
<annotation cp="😂" type="tts">fuula imimmaan gammachuu waliin</annotation>
<annotation cp="🙂" draft="contributed">fuula | fuula xiqqoo seequ | gammaduu | qummaaduu</annotation>
<annotation cp="🙂" type="tts">fuula xiqqoo seequ</annotation>
<annotation cp="🙃" draft="contributed">fuula | fuula gadi garagalaa | gombifamaa | kolfa</annotation>
<annotation cp="🙃" type="tts">fuula gadi garagale</annotation>
<annotation cp="🫠" draft="contributed">haha | qoosaa | qoosuu | qummaaduu | saalfii</annotation>
<annotation cp="🫠" type="tts">fuula baqu</annotation>
<annotation cp="😉" draft="contributed">fuula | fuula ija tokko dhaamsu | garaa nama nyaata | hawwataa | ija tokko dhaamsuu | itti qoosuu | mucucaachuu | saalfachuu</annotation>
<annotation cp="😉" type="tts">fuula ija libsatu</annotation>
<annotation cp="😊" draft="contributed">fuula | gammachuu | ija | ijaa fi fuulaan kolfuu | kolfa</annotation>
<annotation cp="😊" type="tts">fuula seequ ija seequ waliin</annotation>
<annotation cp="😇" draft="contributed">eebbifamaa | ergamaa | ergamoota | fuula | gammachuu | hafuura | macaafa qulqulluu | minaaba | nagaa | oduu durii | qulqulluu | qummaaduu | sheekkoo</annotation>
<annotation cp="😇" type="tts">fuula kolfu haloo waliin</annotation>
<annotation cp="🥰" draft="contributed">fuula | fuula kolfaa onnee 3 qabu | jaalalaan | jaalalaan qabamuu | jaallachuu | miira jaalalaa | onnee | onneewwan | onneewwan seeqan | qummaaduu | sin jaalladha</annotation>
<annotation cp="🥰" type="tts">fuula seequ onneewwan waliin</annotation>
<annotation cp="😍" draft="contributed">143 | dhungoo | fuula | fuula seequ fi ija onnee qabu | ija | jaalala | jaalalaan | jaallachuu | miira | onnee | seequu | sin jaalladha</annotation>
<annotation cp="😍" type="tts">fuula seequ ija onnee waliin</annotation>
<annotation cp="🤩" draft="contributed">ajab | dinqisiifannaa | fuula | gammaduu | ija | ija urjii qabu | kolfuu | qummaaduu | urjii</annotation>
<annotation cp="🤩" type="tts">urjiidhaan rukutamuu</annotation>
<annotation cp="😘" draft="contributed">143 | akkam bulte | dhungoo | fuula | haasaa jaalalaa | jaalallee | nagaan buli | onnee | sin jaalladha | sin yaada</annotation>
<annotation cp="😘" type="tts">dhungoo fuula raasu</annotation>
<annotation cp="😗" draft="contributed">143 | dhungachuu | dhungoo | fuula | fuula dhungachaa jiru | guyyaa | haasaa jaalalaa | hariiroo jaalalaa | jaalala</annotation>
<annotation cp="😗" type="tts">fuula dhungatu</annotation>
<annotation cp="☺" draft="contributed">fuula | fuula kolfaa jiru | gammachuu | gammadaa | kolfa | kolfuu</annotation>
<annotation cp="☺" type="tts">fuula seequ</annotation>
<annotation cp="😚" draft="contributed">143 | cufaa | dhungoo | fuula | hariiroo jaalalaa | ija | jaalala | jaallee</annotation>
<annotation cp="😚" type="tts">fuula dhungoo ija cufame waliin</annotation>
<annotation cp="😙" draft="contributed">143 | beellama jaalalaa | dhungoo | fuula | fuula dhungachaa jiruu fi ija kolfaa jiru | haasaa jaalalaa | halkan | hariiroo jaalalaa | ija | ija deebi’aa | kolfa</annotation>
<annotation cp="😙" type="tts">fuula dhungoo ija seequ waliin</annotation>
<annotation cp="🥲" draft="contributed">boonuu | dhukkubbii | galateeffachuu | gammachuu | garaa nama nyaachuu | imimmaan | kolfa</annotation>
<annotation cp="🥲" type="tts">fuula seequ imimmaan waliin</annotation>
<annotation cp="😋" draft="contributed">beela’uu | fuula | fuula nyaata mi’aawaa mi’eeffatu | guutuu | mi’aawaa | mi’eeffachuu | nyaachuu | nyaata | qummaaduu</annotation>
<annotation cp="😋" type="tts">fuula nyaata dharra’e</annotation>
<annotation cp="😛" draft="contributed">affeerraa | ajaa’iba | arraba | baay’ee gaarii | fuula | fuula arraba baase | mi’aawaa | misha</annotation>
<annotation cp="😛" type="tts">fuula arraba waliin</annotation>
<annotation cp="😜" draft="contributed">affeerraa | arraba | fuula | ija | maraataa | qoosaa | tapha</annotation>
<annotation cp="😜" type="tts">fuula libsatu arraba waliin</annotation>
<annotation cp="🤪" draft="contributed">fuula maraataa | guddaa | ija | maraataa | xiqqoo</annotation>
<annotation cp="🤪" type="tts">fuula qoosaa</annotation>
<annotation cp="😝" draft="contributed">arraba | dhamdhama | fuula | fuula arraba baasee fi ija dunuunfate | ija | suukaneessaa | waanuma fedhe | yaa rabbi</annotation>
<annotation cp="😝" type="tts">fuula kottonfatu arraba waliin</annotation>
<annotation cp="🤑" draft="contributed">afaan | fuula | fuula afaanii-maallaqa qabu | kaffalame | maallaqa</annotation>
<annotation cp="🤑" type="tts">fuula afaan maallaqaa</annotation>
<annotation cp="🤗" draft="contributed">fuula | fuula hammatu | hammachuu | harka</annotation>
<annotation cp="🤗" type="tts">harka bal’isuun fuula seequ</annotation>
<annotation cp="🤭" draft="contributed">ajaa’ibsifachuu | fuula harka afaan irraa | icciitii | kolfuu | rifachuu | tasa hubachuu</annotation>
<annotation cp="🤭" type="tts">fuula afaan harka irraa qabu</annotation>
<annotation cp="🫢" draft="contributed">afaan qabachuu | callisuu | raajeffachuu | rifachuu | yaa Waaq</annotation>
<annotation cp="🫢" type="tts">fuula ijoota banaa fi harki afaan irra jiru</annotation>
<annotation cp="🫣" draft="contributed">dhokachuu | ilaaluu | qaaneffachuu | sodaachuu</annotation>
<annotation cp="🫣" type="tts">fula ija calaqqisu qabu</annotation>
<annotation cp="🤫" draft="contributed">callisaa | callisi | fuulaa qaanii | usi</annotation>
<annotation cp="🤫" type="tts">fuula suntuuraa</annotation>
<annotation cp="🤔" draft="contributed">areeda | beekuuf fedhii qabaachuu | fuula | fuula yaadaa jiru | ihim | ilaalcha keessa galchuu | mee itti yaadi | xiinxaluu | yaaduu</annotation>
<annotation cp="🤔" type="tts">fuula yaaduu</annotation>
<annotation cp="🫡" draft="contributed">ajajamaadha | carraa gaarii | eeyyee | eeyyee giiftii | eeyyee gooftaa | kabaja | nagaa gaafachuu</annotation>
<annotation cp="🫡" type="tts">fuula nagaa dhiyeessuu</annotation>
<annotation cp="🤐" draft="contributed">afaan | afaan kee qabi | callisuu | fuula | fuula afaaniirraa ziippii qabu | hin himiin | iccitii | ziippii</annotation>
<annotation cp="🤐" type="tts">fuula afaan ziip ta’ee</annotation>
<annotation cp="🤨" draft="contributed">amantaa dhabuu | amanuu diduu | dinqisiisuu | fudhatama dhabuu | fuula nyaara olka’e qabu | ihim | maal | miira-ibsituu koolbartii | shakkii qabaachuu | shakkuu</annotation>
<annotation cp="🤨" type="tts">fuula nyaarri ol ka’e</annotation>
<annotation cp="😐" draft="contributed">badaa | bu’uura | callisaa | du’aa | fuula | fuula hin ajaa’ibsiifanne | gadhee | giddugaleessa | goomii | homaa | homaa hin fakkaatu | nama hin bohaarsu</annotation>
<annotation cp="😐" type="tts">fuula walabaa</annotation>
<annotation cp="😑" draft="contributed">baasii | badaa | bitaa galaa | bu’uura | du’aa | fuula homaa hin ibsanne | fuula mufataa | gammachuu kan hin qabne | goomii | hin ajaa’ibsiifamne | inaaffaa | kan nama hin dinqine | miira maleessa | nama hin raaju | tole | waan fe’e</annotation>
<annotation cp="😑" type="tts">fuula miira hin qabde</annotation>
<annotation cp="😶" draft="contributed">afaan | callisa | callisuu | cookkoo | dhoksaa | duwwaa | fuula | fuula afaan malee | icciitii | jecha dhabuu | kan hin dubbifamne | ukkaamsuu</annotation>
<annotation cp="😶" type="tts">fuula afaan malee</annotation>
<annotation cp="🫥" draft="contributed">cinqii | dhokataa | homaayyuu | waan fedhellee ta’u | yaaddessaa</annotation>
<annotation cp="🫥" type="tts">fuula tuqaa fi sararaa</annotation>
<annotation cp="😏" draft="contributed">fuula | fuula seequ | gaaddisa | hawwataa | hawwisiisaa | haxxummaa | hoogganaa | ija tokko dhaamsuu | kolfuu | mucaa manaa | mucucaachuu | nyaara ijaa | of tuuluu | qaanfachuu | qoosuu | seequu | shakkisiisaa</annotation>
<annotation cp="😏" type="tts">fuula huuruu dhiibu</annotation>
<annotation cp="😒" draft="contributed">... | fuula | fuula hin gammanne | gaarii | gammachuu dhabuu | hin gammanne | hinaafuu | kan hin baramne | mufachuu | mukaa’aa | seenaa gaarii obbolee | waanuma fedhe</annotation>
<annotation cp="😒" type="tts">fuula hin ajaa’ibsiifamne</annotation>
<annotation cp="🙄" draft="contributed">fuula | fuula fi ija garagalaa | gaaddidduu | ija | ija garagalchuu | naannessuu | waan fe’e</annotation>
<annotation cp="🙄" type="tts">fuula ija naanna’u waliin</annotation>
<annotation cp="😬" draft="contributed">fuula kolfaa jiru | homaa | kolfa | kolfuu | nuffisiisaa | ogeessa fayyaa ilkaanii</annotation>
<annotation cp="😬" type="tts">fuula saalfii</annotation>
<annotation cp="😮💨" draft="contributed">afuufuu | dadhabuu | hafuura baafachuu | kolfa</annotation>
<annotation cp="😮💨" type="tts">fuula hafuura baafatu</annotation>
<annotation cp="🤥" draft="contributed">fuula | pinoochiyoo | soba | sobduu</annotation>
<annotation cp="🤥" type="tts">fuula sobaa</annotation>
<annotation cp="🫨" draft="contributed">ajaa’iba | kirkira lafaa | kirkiruu | maraataa | naasisuu | raafamuu | rifaatuu | rifachuu | yaa rabbi</annotation>
<annotation cp="🫨" type="tts">fuula hollatu</annotation>
<annotation cp="🙂↔" type="tts">mataa dalga raasuu</annotation>
<annotation cp="🙂↕" type="tts">mataa oliif gadi raasuu</annotation>
<annotation cp="😌" draft="contributed">boqonnaa argachuu | fuula | fuula boqonnaa argate | nagaa | tasgabbii</annotation>
<annotation cp="😌" type="tts">fuula boqote</annotation>
<annotation cp="😔" draft="contributed">baduu | dhabuu | dhukkubbii | du’e | fuula | fuula yaadaan bade | gaddisiisaa | jibbisiisaa | laphee cabuu | mufate | mukaa’aa | xiinxaluu</annotation>
<annotation cp="😔" type="tts">fuula yaaddoo</annotation>
<annotation cp="😪" draft="contributed">boo’uu | dadhabuu | fuula | fuula hirriibaa | gadda | hirriiba | rafuu</annotation>
<annotation cp="😪" type="tts">fuula hirribaa</annotation>
<annotation cp="🤤" draft="contributed">fuula | gomja’uu | gororuu</annotation>
<annotation cp="🤤" type="tts">fuula cophu</annotation>
<annotation cp="😴" draft="contributed">dadhabe | fuula | fuula nama rafaa jiru | halkan | halkan gaarii | hamuummachuu | hirriiba | nagaan buli | rafuu | siree | waanuma fedhe | yeroo hirriibaa</annotation>
<annotation cp="😴" type="tts">fuula rafaa jiru</annotation>
<annotation cp="">barfachuu | dadhabaa | dadhabe | dadhabsiisaa | dadhabuu | fuula | hirriba | ibirkuu | ijoota | nuffisiisaa</annotation>
<annotation cp="" type="tts">fuula ija jalaa ibirkuu qabu</annotation>
<annotation cp="😷" draft="contributed">dhukkubsataa | diilalla’aa | doktora | dr | fuula | fuula golgituu fuulaa kan yaalaa uffate | golgituu fuulaa | jarmoota | ogeessa yaalaa gogaa | ogeessa yaalaa ilkaanii | qoricha</annotation>
<annotation cp="😷" type="tts">fuula maaskii fayyaa waliin</annotation>
<annotation cp="🤒" draft="contributed">dhukkubsachuu | dhukkubsataa | fuula | fuula safartuu ho’aa qabu | safartuu ho’aa</annotation>
<annotation cp="🤒" type="tts">fuula termoomeetirii waliin</annotation>
<annotation cp="🤕" draft="contributed">dhukkubbii | fuula | fuula mataa hidhame qabu | hidhaa | miidhama | miidhuu</annotation>
<annotation cp="🤕" type="tts">fuula mataa buruqee</annotation>
<annotation cp="🤢" draft="contributed">balaqqama | dhukkubsataa | fuula | garaa kaasaa | jibbisiisaa</annotation>
<annotation cp="🤢" type="tts">fuula raata’aa</annotation>
<annotation cp="🤮" draft="contributed">balaqqama | dhibamaa | duuchaa | fuula balaqqamu | ol deebisiisuu</annotation>
<annotation cp="🤮" type="tts">fuula oldeebisaa jiru</annotation>
<annotation cp="🤧" draft="contributed">dhaqna gubaa | dhibamaa | fuula | haxxiffachuu | utaalloo</annotation>
<annotation cp="🤧" type="tts">fuula haxxiffachuu</annotation>
<annotation cp="🥵" draft="contributed">arraba ba’e | dafquu | du’uu | fuula | fuula diimate | harganuu | ho’aa | ho’insa qaamaa | ho’isaa</annotation>
<annotation cp="🥵" type="tts">fuula ho’aa</annotation>
<annotation cp="🥶" draft="contributed">cuquliisa | diilalla | fuula | fuula cuquliisa’e | fuula qorraa | ilkaan qorraa | qabbanaa’uu | qorra cimaa | tuullaa cabbii | zeeroo gadi</annotation>
<annotation cp="🥶" type="tts">fuula qorraa</annotation>
<annotation cp="😵" draft="contributed">dadhabe | dhibamaa | dhukkubsataa | du’aa | dunquqqaa’aa | fuula</annotation>
<annotation cp="😵" type="tts">fuula ija wal qaxxaamurfame waliin</annotation>
<annotation cp="😵💫" draft="contributed">ajaa’ib | bitaa galuu | Kolfa | yaa Waaqakoo</annotation>
<annotation cp="😵💫" type="tts">fuula ija maraa waliin</annotation>
<annotation cp="🤯" draft="contributed">dhoohuu | gonkumaa hin ta’u | mataa dhoo’e | rifate | sammuu afuufame</annotation>
<annotation cp="🤯" type="tts">mataa dho’aa jiru</annotation>
<annotation cp="🤠" draft="contributed">barneexaa | dhiira loon tiksu | dubartii loon tksitu | fuula</annotation>
<annotation cp="🤠" type="tts">fuula baarneexaa tiksee</annotation>
<annotation cp="🥳" draft="contributed">ayyaana | ayyaaneffachuu | bashannana | fuula | fuula bashannanaa | gaanfa | gammachuu | gammaduu | gonfoo | guyyaa dhaloota gaarii | guyyaa dhalootaa</annotation>
<annotation cp="🥳" type="tts">fuula paartii kabajaa jiru</annotation>
<annotation cp="🥸" draft="contributed">areeda | basaastuu | fuullee ijaa | nama | nyaara</annotation>
<annotation cp="🥸" type="tts">fuula fakkeessaa</annotation>
<annotation cp="😎">ajaa’iba | ajaa’ibsiifachuu | akkaataa | baay’ee gaarii | basha’uu | bohaaruu | fuula | gaaddisa | ifaa | injifachuu | kishaafa | kolfa | obboleesso | qabbaneessuu | qarqara galaanaa | qorraa</annotation>
<annotation cp="😎" type="tts">fuula seequ kishaafa aduu waliin</annotation>
<annotation cp="🤓" draft="contributed">fuula | fuullee ijaa | gowwaa | nama boodatti hafaa | nama kennaa qabu | ogeessa | qaroo | qaxalee | sammuu cimaa</annotation>
<annotation cp="🤓" type="tts">fuula gowwaa</annotation>
<annotation cp="🧐" draft="contributed">dureessa | faashinii | qaalii | sooressa | ukkaamamaa</annotation>
<annotation cp="🧐" type="tts">fuula moonookilii waliin</annotation>
<annotation cp="😕" draft="contributed">ani hin beeku | burjaaja’e | burjaajessaa | dhiifama | fuula | gadda | ihim | itti bitaacha’e | mirkanaa’aa miti</annotation>
<annotation cp="😕" type="tts">fuula burjaaja’e</annotation>
<annotation cp="🫤" draft="contributed">akka wallaaluu | bitaa galuu | maal | muffii | shakkii | shakkisiisaa | shakkuu</annotation>
<annotation cp="🫤" type="tts">fuula afaan jallisee jiru</annotation>
<annotation cp="😟" draft="contributed">aarii | billaacha | dhiphachuu | dhiphuu | fuula | gadda | yaadda’uu</annotation>
<annotation cp="😟" type="tts">fuula yaadda’e</annotation>
<annotation cp="🙁" draft="contributed">fuula | fuula guuruu | fuula xiqqoo shuntuure | gadduu</annotation>
<annotation cp="🙁" type="tts">fuula xiqqoo gudunfame</annotation>
<annotation cp="☹" draft="contributed">fuula | fuula nyaara guure | gadda | nyaata guuraa</annotation>
<annotation cp="☹" type="tts">fuula gudunfamaa</annotation>
<annotation cp="😮" draft="contributed">afaan | ajaa’ib | ajaa’iba | banaa | dagachuu | fuula | fuula afaan banaa waliin | garaa laafummaa | hin amanamu | irraanfachuu | nahuu | raajii | sin amanu | soba</annotation>
<annotation cp="😮" type="tts">fuula afaan banaa waliin</annotation>
<annotation cp="😯" draft="contributed">ajaa’ib | ajaa’ibsiifamaa | callisaa | fuula | fuula haguugamaa | raajii</annotation>
<annotation cp="😯" type="tts">fuula rifaatuu</annotation>
<annotation cp="😲" draft="contributed">ajaa’ibsiifate | baasii | fuula | gonkumaa hin ta’u | guutummaatti | rifate | yaa rabbi</annotation>
<annotation cp="😲" type="tts">fuula raajeffame</annotation>
<annotation cp="😳" draft="contributed">ajaa’ibsiifate | cookkoo | dinqisiise | du’aa | fuula | ho’a | jaanja’uu | komachuu | kufrii | maal | qaana’e | rakkisaa | sochii qaamaa | sun maraatummaa</annotation>
<annotation cp="😳" type="tts">fuula diimate</annotation>
<annotation cp="">ajaaíbsiifamuu | dhiphina | kan dhiita’e | naasuu | rifaatuu | saaxilamuu</annotation>
<annotation cp="" type="tts">fuula jallate</annotation>
<annotation cp="🥺" draft="contributed">araara | fuula kadhannnaa | gadda | ija buchillaa | ija gurguddaa | kadhachuu | maaliif hin ta’u | maaloo | mee maaloo</annotation>
<annotation cp="🥺" type="tts">fuula marartoo</annotation>
<annotation cp="🥹" draft="contributed">dinqisiifannaa | gadda | galfata | gara-laafina | imimmaan gammachuu | maaloo | miira | rifaatuu</annotation>
<annotation cp="🥹" type="tts">fuula imimmaan kuuse</annotation>
<annotation cp="😦" draft="contributed">aarii | afaan | ajaa’ib | banaa | fuula | fuula mufataa afaan banaa waliin | maal | nahaa | waan hin eegamne</annotation>
<annotation cp="😦" type="tts">fuula gudunfame afaan banaa waliin</annotation>
<annotation cp="😧" draft="contributed">ajaa’ibsiisaa | cinqame | dhiphate | dinqii | fuula | fuula dhiphinaa | gammachuu dhabuu | irraanfachuu | maal | sodaachisaa | sodaachuu</annotation>
<annotation cp="😧" type="tts">fuula dhiphate</annotation>
<annotation cp="😨" draft="contributed">cinqamuu | fuula | fuula sodaa qabu | komachuu | sodaa | sodaachisaa | sodaachuu | sodaate | yaaddoo</annotation>
<annotation cp="😨" type="tts">fuula sodaa</annotation>
<annotation cp="😰" draft="contributed">afaan | ariifannaa | banaa | cuquliisa | dafquu | diilalla | fuula | fuula afaan banaa & dafqa qabbanaawaa | nahuu | rifachuu</annotation>
<annotation cp="😰" type="tts">fuula dhiphate dafqa waliin</annotation>
<annotation cp="😥" draft="contributed">dafqa | furame | fuula | fuula mufate garuu boqonnaa argate | gaddisiisaa | jalaa bahuu | mufate | uuff | walxaxaa | yaadda’aa | yeroo kana miti</annotation>
<annotation cp="😥" type="tts">fuula gadde garuu aara galfate</annotation>
<annotation cp="😢" draft="contributed">boo’uu | dhabuu | fuula | fuula boo’u | gaddisiisaa | gammachuu dhabuu | imimmaan | jibbisiisaa | miira</annotation>
<annotation cp="😢" type="tts">fuula boo’u</annotation>
<annotation cp="😭" draft="contributed">boo’icha | boo’uu | fuula | fuula sagalee guddaadhaan boo’aa jiru | gadda | gammachuu dhabuu | imimmaan</annotation>
<annotation cp="😭" type="tts">fuula sagalee dhageessisee boo’u</annotation>
<annotation cp="😱" draft="contributed">caraanuu | dinqisiifachuu | fuula | fuula sodaan iyyu | habbuuquu | iyyuu | rifate | sodaa | sodaachisaa | sodaachuu</annotation>
<annotation cp="😱" type="tts">fuula sodaatiin suntuure</annotation>
<annotation cp="😖" draft="contributed">aare | bitaa galaa | burjaaja’e | fuula | gadduu | itti bitaacha’e | itti dhagaa’amuu | mogoleen buute | mufate | naasuu | yaadda’e</annotation>
<annotation cp="😖" type="tts">fuula bitaa itti gale</annotation>
<annotation cp="😣" draft="contributed">ciniinnachuu | fuula | fuula obsaa | mataa bowwoo | obsuu | qabxii xiyyeeffannoo | xiyyeeffachuu | xiyyeeffannoo</annotation>
<annotation cp="😣" type="tts">fuula obsaa</annotation>
<annotation cp="😞" draft="contributed">fuula | gadda | gaddisiisaa | gammachuu dhabuu | jibbisiisaa | komachuu | kufaatii | mo’amuu | mufate</annotation>
<annotation cp="😞" type="tts">fuula mufate</annotation>
<annotation cp="😓" draft="contributed">dafqa | diilalla | fuula | fuula dafqa qorraa qabu | gaddisiisaa | mataa bowwoo | miira | sodaa | sodaate | sun dhiyoo ture</annotation>
<annotation cp="😓" type="tts">fuula gadi jedhe dafqa waliin</annotation>
<annotation cp="😩" draft="contributed">beela’uu | boo’uu | dadhabbii | dadhabuu | fuula | gadda | gammachuu dhabuu | hirriibaan qabamuu | kufuu | lakki | maraataa | miira</annotation>
<annotation cp="😩" type="tts">fuula dadhabbii</annotation>
<annotation cp="😫" draft="contributed">baasii | dadhabuu | fuula | fuula dadhabbii | gadda | haxxiffachuu | hirriiba | miira</annotation>
<annotation cp="😫" type="tts">fuula dadhabe</annotation>
<annotation cp="🥱" draft="contributed">dadhabuu | fuula | fuula hamuummataa | halkan | halkan gaarii | hamuummachuu | hirriiba | hirriiba rafuu | hirriibaan qabamuu | muuka’uu | waanuma fedhe | yeroo ciisichaa</annotation>
<annotation cp="🥱" type="tts">fuula hamuummatu</annotation>
<annotation cp="😤" draft="contributed">aara | aara aarsuu | aarii | aarii garmalee | dheekkamsa | fuula | fuula aara funyaaniin yaasu | gammachuu dhabuu | maraachuu | miira | mufate</annotation>
<annotation cp="😤" type="tts">fuula hurki funyaanii bahu</annotation>
<annotation cp="😡" draft="contributed">aarii | aaruu | dheekkamsa | fuula | gaaddisa | gammachuu dhabuu | hidhii xuuxuu | maraachuu | maraataa | miira | mufachuu</annotation>
<annotation cp="😡" type="tts">fuula garmalee aare</annotation>
<annotation cp="😠" draft="contributed">aarii | aaruu | dheekkamsa | fuula | hamileen bu’uu | komachuu | maraachuu | maraataa | miira | mufachuu</annotation>
<annotation cp="😠" type="tts">fuula aarii</annotation>
<annotation cp="🤬" draft="contributed">aare | abaaruu | arrabsuu | fuula mallattoolee afaaniiraa qabu | gulaaluu | maraataa</annotation>
<annotation cp="🤬" type="tts">fuula malattoo afaan irraa qabu</annotation>
<annotation cp="😈" draft="contributed">fuula | fuula qummaadu fi gaanfa qabu | gaaddisa | gaanfa | hammeenya | minaaba | oduu durii | qummaaduu | sheekkoo</annotation>
<annotation cp="😈" type="tts">fuula seequ gaafa waliin</annotation>
<annotation cp="👿" draft="contributed">abjuu | fuula | fuula aarii gaanfa qabu | gaaddisa | hamaa | jeequmsa | jinnii | oduu durii | seexana | sheekkoo</annotation>
<annotation cp="👿" type="tts">fuula aarii gaafa waliin</annotation>
<annotation cp="💀" draft="contributed">bulguu | buqqee sammuu | du’a | du’aa | fuula | oduu durii | qaama</annotation>
<annotation cp="💀" type="tts">lafee mataa</annotation>
<annotation cp="☠" draft="contributed">bulguu | buqqee mataa | buqqee mataa fi lafee walqaxxaamuraa | du’a | du’aa | lafee</annotation>
<annotation cp="☠" type="tts">lafee mataa fi lafee wal qaxxaamure</annotation>
<annotation cp="💩" draft="contributed">bobbaa | bulguu | fuula | kofalchiisaa | urgaa’aa | urgooftuu</annotation>
<annotation cp="💩" type="tts">gatii dhabeessa</annotation>
<annotation cp="🤡" draft="contributed">fuula | nama qoosu</annotation>
<annotation cp="🤡" type="tts">fuula nama qoosuu</annotation>
<annotation cp="👹" draft="contributed">abjuu | bulguu | fuula | golgituu fuulaa | Jaappaan | seexana | sheekkoo | sodaachisaa | uumama</annotation>
<annotation cp="👹" type="tts">oogiree</annotation>
<annotation cp="👺" draft="contributed">aaruu | abjuu | bulguu | fuula | golgituu fuulaa | hammeenya | Jaappaan | oduu durii | sheekkoo | uumama</annotation>
<annotation cp="👺" type="tts">gobliin</annotation>
<annotation cp="👻" draft="contributed">abjuu | bulguu | ekeraa | fuula | gammaduu | gowwaa | haalowiinii | hawwisiisaa | oduu durii | sodaachisaa | uumama</annotation>
<annotation cp="👻" type="tts">ekeraa</annotation>
<annotation cp="👽" draft="contributed">abjaata | alagaa | bulguu | fuula | hawwaa | lafaan ala | oduu durii | uumama | yuufoo</annotation>
<annotation cp="👽" type="tts">eeliyaan</annotation>
<annotation cp="👾" draft="contributed">abjuu | alagaa | bineensa alagaa | bulguu | fuula | hawaa | oduu durii | sheekkoo | tapha | taphataa | taphoota | uumama | weerartoota hawaa</annotation>
<annotation cp="👾" type="tts">bulguu eeliyaan</annotation>
<annotation cp="🤖" draft="contributed">bulguu | fuula | roobootii</annotation>
<annotation cp="🤖" type="tts">roobootii</annotation>
<annotation cp="😺" draft="contributed">adurree | afaan | banaa | bashoo | beeylada | fuula | fuula adurree seeqxu fi afaan banaa | qummaaduu</annotation>
<annotation cp="😺" type="tts">adurree kolfitu</annotation>
<annotation cp="😸" draft="contributed">adurree | beeylada | fuula | ija | kolfuu | qummaaduu | seequu</annotation>
<annotation cp="😸" type="tts">adurree kolfitu ija seequ waliin</annotation>
<annotation cp="😹" draft="contributed">adurree | beeylada | fuula | fuula adurree fi imimmaan gammachuu | gammachuu | imimmaan | kolfuu</annotation>
<annotation cp="😹" type="tts">adurree imimmaan gammachuu waliin</annotation>
<annotation cp="😻" draft="contributed">adurree | bineelda | fuula | fuula adurree kolfaa jiruu fi ija ofirraa onnee qabu | ija | jaalala | kolfa | onnee</annotation>
<annotation cp="😻" type="tts">adurree seeqxu ija onnee waliin</annotation>
<annotation cp="😼" draft="contributed">adurree | beeylada | fuula | fuula adurree kolfa qoosaa | kofalchiisaa | qoosaa | qummaaduu</annotation>
<annotation cp="😼" type="tts">adurree seeqa aarii waliin</annotation>
<annotation cp="😽" draft="contributed">adurree | bineelda | dhungoo | fuula | fuula adurree ija cufattee dhungachaa jirtu | ija</annotation>
<annotation cp="😽" type="tts">adurree dhungattu</annotation>
<annotation cp="🙀" draft="contributed">adurree | ajaa’ibsiifamuu | bineelda | dadhabbii | fuula | fuula adurree dadhabdee | oh</annotation>
<annotation cp="🙀" type="tts">adurree dadhabde</annotation>
<annotation cp="😿" draft="contributed">adurree | beeylada | boo’uu | fuula | fuula adurree boossuu | gadda | imimmaan</annotation>
<annotation cp="😿" type="tts">adurree boossu</annotation>
<annotation cp="😾" draft="contributed">adurree | adurree hidhii gatte | beeylada | fuula | hidhii gatuu</annotation>
<annotation cp="😾" type="tts">adurree aarte</annotation>
<annotation cp="🙈" draft="contributed">bineensa | dhoksuu | dhorkaa | fuula | hammeenya | hammeenya tokkollee hin argin | iccitii | ilaali | ilaaluu dadhabuu | irraanfate | jaldeessa | lakki | qaana’e | sodaate | yaa rabbi</annotation>
<annotation cp="🙈" type="tts">qamalee waan hamaa hin argu jettu</annotation>
<annotation cp="🙉" draft="contributed">bineensa | caqasuu | dhaga’uu | dhorkaa | fuula | gurra | hammeenya | hammeenya hin dhaga’iin | iccitii | jaldeessa | lakki</annotation>
<annotation cp="🙉" type="tts">qamalee waan hamaa hin dhagahu jettu</annotation>
<annotation cp="🙊" draft="contributed">bineensa | callisuu | dhorkaa | dubbachuu | fuula | hamaa hin dubbatiin | hammeenya | iccitii | lakki | mallattoo agarsiisuu | miti | qamalee</annotation>
<annotation cp="🙊" type="tts">qamalee waan hamaa hin dubbadhu jettu</annotation>
<annotation cp="💌" draft="contributed">ergaa | jaalala | keennaa kaardii guyyaa jaalalleewwanii ergamu | onnee | taatee jaalalaa | xalayaa | xalayaa jaalalaa</annotation>
<annotation cp="💌" type="tts">xalayyaa jaalalaa</annotation>
<annotation cp="💘" draft="contributed">143 | guyyaa jaalalleewwanii | jaalala | jaallee | miira | onnee | onnee xiyya waliin | xiyya</annotation>
<annotation cp="💘" type="tts">onnee xiyya waliin</annotation>
<annotation cp="💝" draft="contributed">143 | ayyaaneffannaa | dhungoo | hidhaa | miira | onnee | onnee hidhaa qabu</annotation>
<annotation cp="💝" type="tts">onnee riibanii waliin</annotation>
<annotation cp="💖" draft="contributed">143 | dhungoo | gammaduu | ganama | halkan gaarii | ibsuu | miira | onnee | onnee ifu</annotation>
<annotation cp="💖" type="tts">onnee calaqqisu</annotation>
<annotation cp="💗" draft="contributed">143 | dhungoo | gammachuu | guddachaa | miira | onnee | onnee dabalaa jiru | rukuttaa onnee</annotation>
<annotation cp="💗" type="tts">onnee ifu</annotation>
<annotation cp="💓" draft="contributed">143 | dhahannaa | jaalala | kaardiyoo | miira | onnee | onnee dhahatu | sin jaalladha</annotation>
<annotation cp="💓" type="tts">onnee dhahattu</annotation>
<annotation cp="💞" draft="contributed">143 | ayyaaneffannaa | jaallatamaa | miira | naanna’uu | onnee | onnee naanna’u</annotation>
<annotation cp="💞" type="tts">onnee naanna’u</annotation>
<annotation cp="💕" draft="contributed">143 | ayyaana | dhungoo | jaalala | jaalala jalqabuu | jaallachuu | miira | onnee | onnee lama | onneewwan | sin jaalladha</annotation>
<annotation cp="💕" type="tts">onnee lama</annotation>
<annotation cp="💟" draft="contributed">143 | faaya onnee | miira | onnee | onnee adii | onnee diimaa-cuquliisa</annotation>
<annotation cp="💟" type="tts">faaya onnee</annotation>
<annotation cp="❣" draft="contributed">mallattoo | mallattoo raajeffannoo | mallattoo raajeffannoo onnee furdaatiin | sirna tuqaalee</annotation>
<annotation cp="❣" type="tts">raajeffannoo onnee</annotation>
<annotation cp="💔" draft="contributed">cabaa | cabuu | caccabe | gaddisiisaa | kophaa | miira | onnee cabaa | onnee cabe</annotation>
<annotation cp="💔" type="tts">onnee cabe</annotation>
<annotation cp="❤🔥" type="tts">onnee ibidda irra jiru</annotation>
<annotation cp="❤🩹" type="tts">onnee suphuu</annotation>
<annotation cp="❤" draft="contributed">jaalala | miira | onnee | onnee diimaa</annotation>
<annotation cp="❤" type="tts">onnee diimaa</annotation>
<annotation cp="🩷" draft="contributed">adda | akka | jaalala | jaallatamaa | mi’aawaa | miira | onnee | piinkii | sin jaalladha</annotation>
<annotation cp="🩷" type="tts">onnee daanguleessa</annotation>
<annotation cp="🧡" draft="contributed">burtukaana | onnee burtukaana</annotation>
<annotation cp="🧡" type="tts">onnee burtukaana</annotation>
<annotation cp="💛" draft="contributed">143 | jaalala | kan onnee | keelloo | miira | onnee keelloo</annotation>
<annotation cp="💛" type="tts">onnee keelloo</annotation>
<annotation cp="💚" draft="contributed">143 | jaalala | magariisa | miira | onnee | onnee magariisaa</annotation>
<annotation cp="💚" type="tts">onnee magariisa</annotation>
<annotation cp="💙" draft="contributed">143 | cuquliisa | jaalala | miira | onnee | taatee jaalalaa</annotation>
<annotation cp="💙" type="tts">onnee cuquliisa</annotation>
<annotation cp="🩵" draft="contributed">addaa | akka | cuquliisa-magariisa’aa | ifa cuquliisa | jaalala | miidhagduu | miira | onnee | samii cuquliisa | sin jaalladha</annotation>
<annotation cp="🩵" type="tts">onnee cuquliisa ifu</annotation>
<annotation cp="💜" draft="contributed">143 | diimaa-cuquliisa | jaala caalu | jaalala | miira | onnee</annotation>
<annotation cp="💜" type="tts">onnee bildiimaa</annotation>
<annotation cp="🤎" draft="contributed">magaala | onnee</annotation>
<annotation cp="🤎" type="tts">onnee magaala</annotation>
<annotation cp="🖤" draft="contributed">gadhee | gurraacha | hammeenya | onnee</annotation>
<annotation cp="🖤" type="tts">onnee gurraacha</annotation>
<annotation cp="🩶" draft="contributed">addaa | daalacha | jaalala | meetii | miira | onnee | sin jaalladha</annotation>
<annotation cp="🩶" type="tts">onnee daalacha</annotation>
<annotation cp="🤍" draft="contributed">adii | onnee</annotation>
<annotation cp="🤍" type="tts">onnee adii</annotation>
<annotation cp="💋" draft="contributed">dhungoo | hawwisiisaa | hidhii | jaalala jalqabuu | mallattoo dhungoo | miira | onnee | taatee jaalalaa</annotation>
<annotation cp="💋" type="tts">mallattoo dhungoo</annotation>
<annotation cp="💯" draft="contributed">100 | a+ | amanamaa | dhibba | dhugaa | dhugaa’umatti | guutuu | qabxii | waliingala</annotation>
<annotation cp="💯" type="tts">qabxiiwwan dhibba</annotation>
<annotation cp="💢" draft="contributed">aaruu | mallattoo aarii | maraataa | mufachuu | qoosaa</annotation>
<annotation cp="💢" type="tts">mallattoo aarii</annotation>
<annotation cp="">falmii | holloo | lola | wal dhabdee | wal’aansoo | walii galuu dhabuu | waliin dubbii</annotation>
<annotation cp="" type="tts">duumessa lolaa</annotation>
<annotation cp="💥" draft="contributed">boombii | dhohiinsa | dhuka’uu | qoosaa | walitti bu’uu</annotation>
<annotation cp="💥" type="tts">walitti bu’insa</annotation>
<annotation cp="💫" draft="contributed">balaqqisaa | komikii | naannessaa | urjii | urjii furguggifamaa</annotation>
<annotation cp="💫" type="tts">dunquqqaa’aa</annotation>
<annotation cp="💦" draft="contributed">bishaan | copha | copha dafqaa | dafqa | dhangala’aa | dhangala’uu | kofalchiisaa | sochii qaamaa</annotation>
<annotation cp="💦" type="tts">copha jiidhaa</annotation>
<annotation cp="💨" draft="contributed">aara | deeme | dhuufuu | duumessa | fiiguu | kofalchiisaa | saffisaa</annotation>
<annotation cp="💨" type="tts">dhiibaa deemuu</annotation>
<annotation cp="🕳" draft="contributed">boolla | qaawwa | uraa</annotation>
<annotation cp="🕳" type="tts">qaawwa</annotation>
<annotation cp="💬" draft="contributed">afuuffee | afuuffee dubbiii | barreeffama | barreessuu | dubbachuu | dubbii | erga gabaabaa | ergaa | haasaa | qoosaa</annotation>
<annotation cp="💬" type="tts">afuuffee dubbii</annotation>
<annotation cp="👁🗨" draft="contributed">ija | ragaa baatuu</annotation>
<annotation cp="👁🗨" type="tts">ija afuuffee dubbii keessaa</annotation>
<annotation cp="🗨" draft="contributed">afuuffee dubbii bitaa | dubbii | waliin dubbii</annotation>
<annotation cp="🗨" type="tts">afuuffee dubbii bitaa</annotation>
<annotation cp="🗯" draft="contributed">aarii | afuuffee | cabaquu | hoomacha | kobba | maraatuu</annotation>
<annotation cp="🗯" type="tts">afuuffee dubbii mirgaa</annotation>
<annotation cp="💭" draft="contributed">abjuu | abjuu guyyaa | afuuffee | afuuffee yaadaa | duumessa | fedhuu | kaartuunii | kalaqa | kalaquu | murtoo | qalbeeffachuu | qoosaa | yaada | yaaduu</annotation>
<annotation cp="💭" type="tts">afuuffee yaadaa</annotation>
<annotation cp="💤" draft="contributed">dadhabe | halkan | halkan gaarii | hirriibni qabe | qoosaa | rafuu</annotation>
<annotation cp="💤" type="tts">ZZZ</annotation>
<annotation cp="👋" draft="contributed">booda | harka | harka raasuu | heloo | jirtaa? | nagaa wal gaafachuu | nagaatti</annotation>
<annotation cp="👋" type="tts">harka raasuu</annotation>
<annotation cp="🤚" draft="contributed">harka duubaa | ol baasuu</annotation>
<annotation cp="🤚" type="tts">duuba harkaa ol baasuu</annotation>
<annotation cp="🖐" draft="contributed">dhaabi | harka | harka olqabame quba gargar faca’e waliin | quba</annotation>
<annotation cp="🖐" type="tts">harka quba bal’isuun</annotation>
<annotation cp="✋" draft="contributed">dhaabuu | harka | harka ol baafame | ol’aanaa shan | shan</annotation>
<annotation cp="✋" type="tts">harka ol ba’e</annotation>
<annotation cp="🖖" draft="contributed">harka | nagaa gaafachuu | quba</annotation>
<annotation cp="🖖" type="tts">vuulkaan saluutee</annotation>
<annotation cp="🫱" draft="contributed">anaa dhufu | dhaqqabuu | harka | harka fuudhuu | harka mirgaa | qabuu</annotation>
<annotation cp="🫱" type="tts">harka gara mirgaatti</annotation>
<annotation cp="🫲" draft="contributed">anaa dhufu | dhaqqabuu | harka | harka bitaa | harka fuune | qabuu | waliigaltee</annotation>
<annotation cp="🫲" type="tts">harka gara bitaatti</annotation>
<annotation cp="🫳" draft="contributed">gati | harkaa bahe | kaasi | kufe</annotation>
<annotation cp="🫳" type="tts">harka barruu gadi garagale</annotation>
<annotation cp="🫴" draft="contributed">fidi | hin beeku | koottu | natti himi | qabi</annotation>
<annotation cp="🫴" type="tts">harka barruu ol garagale</annotation>
<annotation cp="🫷" draft="contributed">dhaabuu | dhiibuu | diduu | eeguu | gara bitaa | harka | qabuu | shan rukutuu | ugguruu | yeroof dhaabuu</annotation>
<annotation cp="🫷" type="tts">harka gara bitaatti dhiibu</annotation>
<annotation cp="🫸" draft="contributed">dhaabuu | dhiibuu | diduu | eeguu | gara mirgaa | harka | qabuu | shan rukutuu | ugguruu | yeroof dhaabuu</annotation>
<annotation cp="🫸" type="tts">harka gara mirgaatti dhiibu</annotation>
<annotation cp="👌" draft="contributed">dhuguma | gaarii | harka | mi’aawaa | naa gale | qimmiiddaa | sadii | tole | TOLE</annotation>
<annotation cp="👌" type="tts">harka tolee</annotation>
<annotation cp="🤌" draft="contributed">cortuu | harka | kolfi | obsa | qabi</annotation>
<annotation cp="🤌" type="tts">quboota walitti qabaman</annotation>
<annotation cp="🤏" draft="contributed">bicuu | gosa | hanga xiqqoo | harka qunxuuxuu | quboota | xiqqoo</annotation>
<annotation cp="🤏" type="tts">harka qubni isaa walitti qabame</annotation>
<annotation cp="✌" draft="contributed">harka | harka injifannoo | mo’icha | nagaa | v</annotation>
<annotation cp="✌" type="tts">harka moo’ichaa</annotation>
<annotation cp="🤞" draft="contributed">carraa | harka | quba | quba walqaxxaamuraa | walqaxxaamura</annotation>
<annotation cp="🤞" type="tts">quba wal qaxxaamure</annotation>
<annotation cp="🫰" draft="contributed">harka | jaalala | maallaqa | onnee | qaalii</annotation>
<annotation cp="🫰" type="tts">harka qubni akeektuu fi abgudduun wal qaxxamure</annotation>
<annotation cp="🤟" draft="contributed">harka | mallattoo sin jaalladhaa | quboota sadi | sin jaalladha</annotation>
<annotation cp="🤟" type="tts">mallattoo sin jaaladhaa</annotation>
<annotation cp="🤘" draft="contributed">gaanfa | harka | mallattoo gaanfaa | quba</annotation>
<annotation cp="🤘" type="tts">mallattoo gaafaa</annotation>
<annotation cp="🤙" draft="contributed">bilbila | harka | waamuu</annotation>
<annotation cp="🤙" type="tts">harka naaf bilbilii</annotation>
<annotation cp="👈" draft="contributed">bitaa | dugda harkaa | dugda harkaa bitaatti quba qabaa | harka | quba | quba akeektuu | quba itti qabuu</annotation>
<annotation cp="👈" type="tts">dugda harkaa bitatti akeeku</annotation>
<annotation cp="👉" draft="contributed">akeektuu | duuba harkaa | harka | mirga | qabxii | quba | quba akeektuu duuba harkaa gara mirgaa akeeku | tuqaa</annotation>
<annotation cp="👉" type="tts">dugda harkaa mirgatti akeeku</annotation>
<annotation cp="👆" draft="contributed">akeektuu | akeektuu harka duubaa ol akeeku | gubbaa | harka | harka duubaa | qabxii | quba</annotation>
<annotation cp="👆" type="tts">dugda harkaa asii ol akeeku</annotation>
<annotation cp="🖕" draft="contributed">harka | quba | quba gidduu</annotation>
<annotation cp="🖕" type="tts">guba gidduu</annotation>
<annotation cp="👇" draft="contributed">akeektuu | gadi | gajjallaa | harka | harka duubaa | qabxii | quba | quba akeektuu harka duubaa gadi akeeku</annotation>
<annotation cp="👇" type="tts">dugda harkaa asii gadi akeeku</annotation>
<annotation cp="☝" draft="contributed">harka | kana | ol | quba | quba akeektuu | quba itti qabuu</annotation>
<annotation cp="☝" type="tts">akeektuu ol akeeku</annotation>
<annotation cp="🫵" draft="contributed">agarsiisuu | akeekuu | ati | harka | quba</annotation>
<annotation cp="🫵" type="tts">quba akeektuu gara isa ilaaluutti qiyyaafate</annotation>
<annotation cp="👍" draft="contributed">+1 | abbudduu | abguddoo | baay’ee gaarii | bareeda | dhuguma | gaarii | harka | tole</annotation>
<annotation cp="👍" type="tts">angudduu ol qabuu</annotation>
<annotation cp="👎" draft="contributed">-1 | abbudduu | abbudduu gadi qabuu | badaa | gaarii miti | gadi | harka | jibbuu | lakki</annotation>
<annotation cp="👎" type="tts">abgudduu gadi qabuu</annotation>
<annotation cp="✊" draft="contributed">abboottee ol qabame | aboottee | harka</annotation>
<annotation cp="✊" type="tts">haboottee ol ba’e</annotation>
<annotation cp="👊" draft="contributed">aboottee | harka | obboleessoo | shakkii malee | sirrii | waliigaluu</annotation>
<annotation cp="👊" type="tts">haboottee dhufaa jiru</annotation>
<annotation cp="🤛" draft="contributed">aboottee | gara bitaa</annotation>
<annotation cp="🤛" type="tts">haboottee gara bitaatti garagale</annotation>
<annotation cp="🤜" draft="contributed">gara mirgaatti | tuttummuu</annotation>
<annotation cp="🤜" type="tts">haboottee gara mirgaatti garagale</annotation>
<annotation cp="👏" draft="contributed">baay’ee gaarii | baga gammaddan | baga gammadde | gaarii | gammadaa | harka | harka walitti rukutuu | hojii boonsaa | kadhata | mirkaneessa</annotation>
<annotation cp="👏" type="tts">harka rukutuu</annotation>
<annotation cp="🙌" draft="contributed">ayyaaneffannaa | galateeffachuu | harka | harka baasuu | mallattoo | ol qabamaa</annotation>
<annotation cp="🙌" type="tts">harkawwan baasuu</annotation>
<annotation cp="🫶" draft="contributed">harka | jaalala | onnee | sin jaaladha</annotation>
<annotation cp="🫶" type="tts">harkoota onnee</annotation>
<annotation cp="👐" draft="contributed">banaa | haammannaa | harka | harka diriiraa | harka jaazii | jallataa</annotation>
<annotation cp="👐" type="tts">harkoota banaa</annotation>
<annotation cp="🤲" draft="contributed">barruu harkaa olqabuu | hawwii | kadhadhu | kadhannaa</annotation>
<annotation cp="🤲" type="tts">barruu wal faana ol ka’e</annotation>
<annotation cp="🤝" draft="contributed">harka | harka wal fuudhuu | walga’ii | waliigaltee</annotation>
<annotation cp="🤝" type="tts">harka fuudhuu</annotation>
<annotation cp="🙏" draft="contributed">eebbifami | gaafachuu | galata | galatoomi | gombifamuu | harka | harka dacha’aa | kadhannaa | kadhata | maaloo | mallattoo | shan</annotation>
<annotation cp="🙏" type="tts">harkoota walitti dhufuun ol qabaman</annotation>
<annotation cp="✍" draft="contributed">barreessuu | harka | harka barreessu | katabuu</annotation>
<annotation cp="✍" type="tts">harka barreessu</annotation>
<annotation cp="💅" draft="contributed">bareechistuu | halluu qeensaa | kunuunsa | na gaheera | nuffii | qeensa | waan fe’e</annotation>
<annotation cp="💅" type="tts">halluu qeensaa</annotation>
<annotation cp="🤳" draft="contributed">bilbila | kaameraa | ofii suuraa ka’uu</annotation>
<annotation cp="🤳" type="tts">selfii</annotation>
<annotation cp="💪" draft="contributed">cimaa | dabalachuu | irree | jabaa | jiimii | maashaa | qaama | qaama ijaaraa | ulfaatina kaasuu</annotation>
<annotation cp="💪" type="tts">irree dacha’e</annotation>
<annotation cp="🦾" draft="contributed">dhaqqabummaa | harka nam-tolchee | qaama nam-tolchee</annotation>
<annotation cp="🦾" type="tts">irree mekaanikaalii</annotation>
<annotation cp="🦿" draft="contributed">dhaqqabummaa | miila nam-tolchee | qaama nam-tolchee</annotation>
<annotation cp="🦿" type="tts">miila mekaanikaalii</annotation>
<annotation cp="🦵" draft="contributed">dhiituu | faana miilla | jilba | luka | miila | miila dacha’e</annotation>
<annotation cp="🦵" type="tts">miila</annotation>
<annotation cp="🦶" draft="contributed">dhiituu | faana | humnaan dhiituu | koronyoo | quba miilaa</annotation>
<annotation cp="🦶" type="tts">faana</annotation>
<annotation cp="👂" draft="contributed">caqasuu | dhaga’uu | dhageettii | dhaggeeffachaa jira | dhaggeeffachuu | gurra | qaama | sagalee</annotation>
<annotation cp="👂" type="tts">gurra</annotation>
<annotation cp="🦻" draft="contributed">dhaga’uu dadhabuu | dhaqqabummaa | gurra meeshaa gargaarsa dhageettii waliin</annotation>
<annotation cp="🦻" type="tts">gurra gargaartuu dhageettii waliin</annotation>
<annotation cp="👃" draft="contributed">foolii | funyaan | qaama | suufa</annotation>
<annotation cp="👃" type="tts">funyaan</annotation>
<annotation cp="🧠" draft="contributed">qaroo | qaxalee | sammuu</annotation>
<annotation cp="🧠" type="tts">sammuu</annotation>
<annotation cp="🫀" draft="contributed">dhahannaa | diimaa | kutaa qaamaa | onnee | onnee dhugumaa</annotation>
<annotation cp="🫀" type="tts">onnee anaatoomii</annotation>
<annotation cp="🫁" draft="contributed">hafuura baafannaa | somba | sombawwan</annotation>
<annotation cp="🫁" type="tts">somba</annotation>
<annotation cp="🦷" draft="contributed">adii | albuuda | deentistii | ilkaan</annotation>
<annotation cp="🦷" type="tts">ilkaan</annotation>
<annotation cp="🦴" draft="contributed">iskeleetonii | lafee | lafeewwan | saree</annotation>
<annotation cp="🦴" type="tts">lafee</annotation>
<annotation cp="👀" draft="contributed">fuula | ija | ilaali | ilaaluu | qaama | xiyyeeffannaan ilaaluu</annotation>
<annotation cp="👀" type="tts">ijoota</annotation>
<annotation cp="👁" draft="contributed">ija | ija 1 | ija tokko | qaama</annotation>
<annotation cp="👁" type="tts">ija</annotation>
<annotation cp="👅" draft="contributed">arraabuu | arraba | qaama</annotation>
<annotation cp="👅" type="tts">arraba</annotation>
<annotation cp="👄" draft="contributed">afaan | bareedina | dhungachuu | dhungoo | hidhii | miidhagina | qaama</annotation>
<annotation cp="👄" type="tts">afaan</annotation>
<annotation cp="🫦" draft="contributed">aarii | ciniinuu | dhungoo | hidhii | yaadda’uu</annotation>
<annotation cp="🫦" type="tts">hidhii ciniinuu</annotation>
<annotation cp="👶" draft="contributed">daa’ima | daa’imawwan | finna | ijoollee | mucaa | ol adeemaa | ulfa</annotation>
<annotation cp="👶" type="tts">daa’ima</annotation>
<annotation cp="👦" draft="contributed">guddataa | ilma | mucaa dhiiraa | ol adeemaa</annotation>
<annotation cp="👦" type="tts">gurbaa</annotation>
<annotation cp="👧" draft="contributed">baangisii | dubartii | guddattuu | ija ifaa | intala | mucaa dubaraa</annotation>
<annotation cp="👧" type="tts">dubara</annotation>
<annotation cp="🧑" draft="contributed">ga’eessa | koorniya-malee</annotation>
<annotation cp="🧑" type="tts">nama</annotation>
<annotation cp="👱" draft="contributed">dhala namaa | gubbaan diriiraa | nama | nama rifeensa diimaa qabu | namana | rifeensa diimaa</annotation>
<annotation cp="👱" type="tts">nama: rifeensa keelloo</annotation>
<annotation cp="👨" draft="contributed">hiriyyaa | ilma | jaa